show episodes
 
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast is a platform where we all discuss culture, identity, politics, and literature, and share our yesterday’s and today's experiences. We discuss the challenges we face in our lives, especially as first-generation refugees and Oromo youth in Sweden and any other hosting nations across Western countries. Some people have incredible untold stories and it would help those who share them and those who hear their stories. It's a place where people's voices are heard and t ...
  continue reading
 
Artificial Intelligence has suddenly gone from the fringes of science to being everywhere. So how did we get here? And where's this all heading? In this new series of Science Friction, we're finding out.
  continue reading
 
Loading …
show series
 
Send us a Text Message. Egeree OROMIYAA Dr. Dagafaa waliin Kaleessa malee hardhi hin jiru; hardhi waan jiruuf borus ni jiraata. Kunimmoo seera uumaa fi uumamaati. Warri kaleessa turan nuuf Daawitee Egeree OROMIYAA, jiruu fi jireenyaa qofa osoo hin taane godambaa seenaa kan Waan hedduu dhaloonni irraa argatuu dha. Dhaloonni amma jiru warra kaleessa …
  continue reading
 
Send us a Text Message. Waggaa 11 dura gaafan Walaloo tana sararu akka keesaa baanu abdiin qaba ture. Haa tahu malee anii fi qaamni koo kuni saranas asumaa wal qoccollaa, Fayyinee wal hin fayyisne, Akka waan jilaatti asumaa lafa dhiinna Ciree gatuuf naafummaan sodaadhee, baadhee deemuufis dalaga wal dhoorre…. Hee Qaama koo…. #Qaama Koo! Ani kanan j…
  continue reading
 
Send us a Text Message. DAAWITII SEENAA LAK. 2 Ni yaadattuu bara sana,bara guyyaan dukkanaa’ee, bara birmadummmaan nu cabuuf jala bultii ta'e, Bara koodeen koodee ganee, walirratti bobba'e, Gadaan laaffataa dhuufee, namuu gonfoo hawwee haadhoon haadhoo hiddee, akka summii jawwee. Fincaan 3n Tuullamaa,tokko diina kokkee qabaa, inni kaan taa'ee taajj…
  continue reading
 
Send us a Text Message. Bara 2001, sababa hongee,beelaa nam-tolchee fi gogiinsa godinoota #Harargee lamaan ( Bahaa fi lixa) keessatti uumameen mootummaan naannoo Oromiyaa “…iddoo mijataa sin qubsiifna…”jechuun gara godinoota Wallaggaa fi Ilu Abbaa Booraa kan qubsiifamanii turan. Uummanni keenya suni keessatti kanneen aanaa #BunnooBaddallee qubsiifa…
  continue reading
 
Send us a Text Message. Kaleessa malee hardhi hin jiru; hardhi waan jiruuf borus ni jiraata. Kunimmoo seera uumaa fi uumamaati. Warri kaleessa turan nuuf Daawitee Egeree OROMIYAA, jiruu fi jireenyaa qofa osoo hin taane godambaa seenaa kan Waan hedduu dhaloonni irraa argatuu dha. Dhaloonni amma jiru warra kaleessa jiraatanii hardhas lubbuun jiran ir…
  continue reading
 
Send us a Text Message. #Jaarmiyaa Tokko Maaltu #Jabaa Taasisa? -1 - Dhaabni ykn jaarmiyaan tokko haalli inni ittiin jabaatuufi guddataa deemu karaaleefi roga hundaan waan jaarmiyaan tokko guuttachuudha qabu yoo guuttateedha. Waan hunda caalaa dhaaba tokko kan jabinasaa ibsuufi daran bu'a qabeessa isa taasisu : 1). Akeekaafi kaayyoo inni ittiin dha…
  continue reading
 
Send us a Text Message. Egeree OROMIYAA turtii Dr. Dagafaa waliin goonee caqasaa. Karaa Youtube armaan gadiis daawwachuu dandeessu. https://www.youtube.com/live/jfg3quojm6g?si=lhc1Sk-34CLbb4EC https://www.youtube.com/live/y0RzLLiW2No?si=NYWigbDLlGOPV5SA Kaleessa malee hardhi hin jiru; hardhi waan jiruuf borus ni jiraata. Kunimmoo seera uumaa fi uum…
  continue reading
 
Send us a Text Message. 𝕄𝔸ℕ𝔻𝔸ℝ𝕆𝕆𝕋𝔸 𝔽𝕀 𝕄𝔸𝔾𝔸𝔸𝕃𝔸𝔸𝕎𝕎𝔸ℕ 𝕆ℝ𝕆𝕄𝕀𝕐𝔸𝔸 - 𝕆ℝ𝕆𝕄𝕀𝔸ℕ 𝕋𝕆𝕎ℕ𝕊 𝔸ℕ𝔻 ℂ𝕀𝕋𝕀𝔼𝕊 𝕂𝕦𝕥𝕒𝕒 𝔻𝕦𝕣𝕒𝕒 T̈́ä́ä́m̈́m̈́ä́n̈́ä́ä́ B̈́ḯẗ́ḯm̈́ä́ä́ irraa DURADUBBII Dubbiftoota barruu tanaa jaalatamoo fi kabajamoo, kunoo harra irraa kaaseen mataduree kanaa olitti kaayame jalatti waa isiniif dhiyeessaa, mee na hoofkalchaa! Kanas hamma naaf dandayametti guutuu …
  continue reading
 
Send us a Text Message. Marii kana keessatti Dr Dagafaa Abdiisaa MSG fi GS ABO duraanii akkasumas daarikteera fayyaa Hospitaala Leenca Gurraacha kan turan, J/ Ayyaanaa Goobanaa, ogeessaa diinagdee fi qondaala ABO fi Caalaa Hayiluu waloo fi barreessaa tahuun dhimmoota armaan gadii irratti dubbataan. 1. Sochii QBO keessatti shoora Qeerroo fi gurmaayi…
  continue reading
 
Send us a Text Message. Kitaaba kana baatii darben ( Fulbaana,2022) dubbisee fixe. Kitaabicha dubbisuu Jalqabnaan dhaabuun hin jiru waan taheef guyyaa lama keessattin xummure. Hunduu bitadhaa dibbbisaan jedha. Qabiyyeen Kitaaba Jaal Abbaa Caalaa kuni seen-gulummoo matayyaa isaanii :- a. Ijoollummaa- hanga barnoota jalqabanii b. Haalaa baruu fi bars…
  continue reading
 
Send us a Text Message. Qaroo fi gameessi QBO, kan saba Isaaniif jechaa wareegama hedduu kaffalan kan dhugaa saba Oromoof qofa jiraatan Jaal Dr. Dagafaa Abdiisaa Tuuchoo yaalii ajjeechaa murni Bilxiginnaa irratti aggaamte irraa fayyanii ammas sagalee saba isaanif tahaa jiru. Dr. Dagafaan waayee shororkeessummaa fi shororkessummaa mootummaan raawwat…
  continue reading
 
Behind the rise of AI there's big questions about where this technology is going. Is it going to be super intelligent — and if that happens — is it going to kill us all? In our final episode, we're diving into the future and unpacking the full spectrum of expert predictions, from the idea that we're on the brink of creating human-level AI, to fears…
  continue reading
 
Send us a Text Message. Yaalii Ajjeechaa Dr. Dagafaa Abdiisaa miseensa Shanee Gumii Gumii Sabaa ABO duraanii kan turanii fi yeroo ammaatti Gaafatamaa MDhO kan tahan irratti yaalame. Support the Show.By CHALA ABATE
  continue reading
 
2023 was the year powerful new AI technology went mainstream, with image generators and tools like ChatGPT. And people quickly started wondering where these advances were taking them. This is the story of 2023 in three chapters: the first contact, the backlash that followed, and the new reality. It's the story of actors fighting back against plans …
  continue reading
 
AI is often portrayed as being all about technology. But it is also about money and control. Because those who control AI, may control the world. In the AI world, there are two names that keep coming up: OpenAI, the company behind ChatGPT, and its CEO, Sam Altman. Who is Sam Altman? How did his tiny company leapfrog the tech giants and win the scra…
  continue reading
 
When you think about a driverless car future, perhaps your mind goes to being driven around, watching movies from the backseat and drinking martinis. For over a decade, perfect driverless cars have seemed only a few years away. But in reality, they were nowhere close. Now, driverless cars are finally being rolled out in some cities. But (like human…
  continue reading
 
As ChatGPT shows us, AI can do some amazing stuff. But it does some creepy stuff as well. And it's already been responsible for locking up innocent people. The story of how AI scanned millions of drivers licences and accused Michigan man Robert Wiliams of a crime he didn't commit. When human biases lead to neural networks going rogue.…
  continue reading
 
The world is experiencing a boom in artificial intelligence (AI). It's everywhere. In just a few years, computers have learned to paint a picture, write a novel, translate languages and consume the entire internet. But how we got here goes back decades to two men who couldn't agree on the best way to teach a thinking machine. The AI world was divid…
  continue reading
 
2023 has been the breakout year of artificial intelligence. After decades of investment and improvement, the technology suddenly went mainstream. For many, it was as though a miraculous machine was plonked in our midst. But AI didn't come from nowhere. And it hasn't been a smooth and simple process. It's been a story rife with drama, conflict, and …
  continue reading
 
Send us a Text Message. MDhO/MCO: 17/10/2023 MARII MAATII MIIDIYAA DHADDACHA OROMOO MDhO/MCO: 17/10/2023 MARII MAATII MIIDIYAA DHADDACHA OROMOO Waliin dhimma Waaraana OROMIYAA keessatti deemaa jiruu fi Beela nam-tolcheen uummata keenya dhumaataa jiruuf nuti maal gochuu dandeenya? Support the Show.By CHALA ABATE
  continue reading
 
Send us a Text Message. Irreecha (also called Irreessa or Dhibaayyuu), is a Thanksgiving holiday celebrating the end of the winter in the Oromia Region, Ethiopia. The Oromo people celebrate Irreecha to thank Waaqa (God) for the blessings and mercies they have received throughout the previous year. The Irreecha festival is celebrated every year at t…
  continue reading
 
Send us a Text Message. #Burreekoo! Burree koo yaa haadha Daalee, yaa haadha Boorri fi Sooree, Burruus si tiksuuf du’aa, Daaleen si hodhuuf gu’a, Boorriin roorroo kee jibbaa, Sooree fi magaaltu , sirratti wal dhiibaa Akkuma bifa kee, bubburree lafa guuttee, Akkuma amala kee, cucurree guddiftee, Kan jabaattee sin boqachiifnee, kan laaffattees, sinji…
  continue reading
 
Send us a Text Message. MDhO: Adoolessa /2023 Maaltu deddeemaa jiraa? MDhO: Adoolessa /2023 Maaltu deddeemaa jiraa? jedhu jalatti rogeessaa fi qopheessaa miidiyaa Waadaa kan tahe Dave Abdiwaaq waliin marii qabxiilee armaan gadii irratti taasifna. 1.Callisaa fi waca Diyaasporaa hiika malee fi kan hiikoo qabu… 2. Qophiilee adda addaa Diyaasporaan qop…
  continue reading
 
Send us a Text Message. Sad News The mother of the Oromo community and the umbrella of the Oromo community in #Sweden. Ad Nuure passed away recently after a long illness. Ad Nuuree represented or took duty in the Swedish Community during the worst times in Oromia, during the FDG and student movement in OROMIA especially from 2000-2018, to visit pri…
  continue reading
 
Loading …

Quick Reference Guide