Chala Abate public
[search 0]
More
Download the App!
show episodes
 
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast is a platform where we all discuss culture, identity, politics, and literature, and share our yesterday’s and today's experiences. We discuss the challenges we face in our lives, especially as first-generation refugees and Oromo youth in Sweden and any other hosting nations across Western countries. Some people have incredible untold stories and it would help those who share them and those who hear their stories. It's a place where people's voices are heard and t ...
  continue reading
 
Loading …
show series
 
aanaa2013@gmail.com Egeree OROMIYAA Dr. Dagafaa waliin Kaleessa malee hardhi hin jiru; hardhi waan jiruuf borus ni jiraata. Kunimmoo seera uumaa fi uumamaati. Warri kaleessa turan nuuf Daawitee Egeree OROMIYAA, jiruu fi jireenyaa qofa osoo hin taane godambaa seenaa kan Waan hedduu dhaloonni irraa argatuu dha. Dhaloonni amma jiru warra kaleessa jira…
  continue reading
 
aanaa2013@gmail.com Waggaa 11 dura gaafan Walaloo tana sararu akka keesaa baanu abdiin qaba ture. Haa tahu malee anii fi qaamni koo kuni saranas asumaa wal qoccollaa, Fayyinee wal hin fayyisne, Akka waan jilaatti asumaa lafa dhiinna Ciree gatuuf naafummaan sodaadhee, baadhee deemuufis dalaga wal dhoorre…. Hee Qaama koo…. #Qaama Koo! Ani kanan jedhu…
  continue reading
 
aanaa2013@gmail.com DAAWITII SEENAA LAK. 2 Ni yaadattuu bara sana,bara guyyaan dukkanaa’ee, bara birmadummmaan nu cabuuf jala bultii ta'e, Bara koodeen koodee ganee, walirratti bobba'e, Gadaan laaffataa dhuufee, namuu gonfoo hawwee haadhoon haadhoo hiddee, akka summii jawwee. Fincaan 3n Tuullamaa,tokko diina kokkee qabaa, inni kaan taa'ee taajjabaa…
  continue reading
 
aanaa2013@gmail.com Bara 2001, sababa hongee,beelaa nam-tolchee fi gogiinsa godinoota #Harargee lamaan ( Bahaa fi lixa) keessatti uumameen mootummaan naannoo Oromiyaa “…iddoo mijataa sin qubsiifna…”jechuun gara godinoota Wallaggaa fi Ilu Abbaa Booraa kan qubsiifamanii turan. Uummanni keenya suni keessatti kanneen aanaa #BunnooBaddallee qubsiifaman …
  continue reading
 
aanaa2013@gmail.com Kaleessa malee hardhi hin jiru; hardhi waan jiruuf borus ni jiraata. Kunimmoo seera uumaa fi uumamaati. Warri kaleessa turan nuuf Daawitee Egeree OROMIYAA, jiruu fi jireenyaa qofa osoo hin taane godambaa seenaa kan Waan hedduu dhaloonni irraa argatuu dha. Dhaloonni amma jiru warra kaleessa jiraatanii hardhas lubbuun jiran irraa …
  continue reading
 
aanaa2013@gmail.com #Jaarmiyaa Tokko Maaltu #Jabaa Taasisa? -1 - Dhaabni ykn jaarmiyaan tokko haalli inni ittiin jabaatuufi guddataa deemu karaaleefi roga hundaan waan jaarmiyaan tokko guuttachuudha qabu yoo guuttateedha. Waan hunda caalaa dhaaba tokko kan jabinasaa ibsuufi daran bu'a qabeessa isa taasisu : 1). Akeekaafi kaayyoo inni ittiin dhaabba…
  continue reading
 
aanaa2013@gmail.com Egeree OROMIYAA turtii Dr. Dagafaa waliin goonee caqasaa. Karaa Youtube armaan gadiis daawwachuu dandeessu. https://www.youtube.com/live/jfg3quojm6g?si=lhc1Sk-34CLbb4EC https://www.youtube.com/live/y0RzLLiW2No?si=NYWigbDLlGOPV5SA Kaleessa malee hardhi hin jiru; hardhi waan jiruuf borus ni jiraata. Kunimmoo seera uumaa fi uumamaa…
  continue reading
 
aanaa2013@gmail.com 𝕄𝔸ℕ𝔻𝔸ℝ𝕆𝕆𝕋𝔸 𝔽𝕀 𝕄𝔸𝔾𝔸𝔸𝕃𝔸𝔸𝕎𝕎𝔸ℕ 𝕆ℝ𝕆𝕄𝕀𝕐𝔸𝔸 - 𝕆ℝ𝕆𝕄𝕀𝔸ℕ 𝕋𝕆𝕎ℕ𝕊 𝔸ℕ𝔻 ℂ𝕀𝕋𝕀𝔼𝕊 𝕂𝕦𝕥𝕒𝕒 𝔻𝕦𝕣𝕒𝕒 T̈́ä́ä́m̈́m̈́ä́n̈́ä́ä́ B̈́ḯẗ́ḯm̈́ä́ä́ irraa DURADUBBII Dubbiftoota barruu tanaa jaalatamoo fi kabajamoo, kunoo harra irraa kaaseen mataduree kanaa olitti kaayame jalatti waa isiniif dhiyeessaa, mee na hoofkalchaa! Kanas hamma naaf dandayametti guutuu taas…
  continue reading
 
aanaa2013@gmail.com Marii kana keessatti Dr Dagafaa Abdiisaa MSG fi GS ABO duraanii akkasumas daarikteera fayyaa Hospitaala Leenca Gurraacha kan turan, J/ Ayyaanaa Goobanaa, ogeessaa diinagdee fi qondaala ABO fi Caalaa Hayiluu waloo fi barreessaa tahuun dhimmoota armaan gadii irratti dubbataan. 1. Sochii QBO keessatti shoora Qeerroo fi gurmaayinsa …
  continue reading
 
aanaa2013@gmail.com Kitaaba kana baatii darben ( Fulbaana,2022) dubbisee fixe. Kitaabicha dubbisuu Jalqabnaan dhaabuun hin jiru waan taheef guyyaa lama keessattin xummure. Hunduu bitadhaa dibbbisaan jedha. Qabiyyeen Kitaaba Jaal Abbaa Caalaa kuni seen-gulummoo matayyaa isaanii :- a. Ijoollummaa- hanga barnoota jalqabanii b. Haalaa baruu fi barsiisu…
  continue reading
 
aanaa2013@gmail.com Qaroo fi gameessi QBO, kan saba Isaaniif jechaa wareegama hedduu kaffalan kan dhugaa saba Oromoof qofa jiraatan Jaal Dr. Dagafaa Abdiisaa Tuuchoo yaalii ajjeechaa murni Bilxiginnaa irratti aggaamte irraa fayyanii ammas sagalee saba isaanif tahaa jiru. Dr. Dagafaan waayee shororkeessummaa fi shororkessummaa mootummaan raawwatu (S…
  continue reading
 
aanaa2013@gmail.com Yaalii Ajjeechaa Dr. Dagafaa Abdiisaa miseensa Shanee Gumii Gumii Sabaa ABO duraanii kan turanii fi yeroo ammaatti Gaafatamaa MDhO kan tahan irratti yaalame. Support the Show.By CHALA ABATE
  continue reading
 
aanaa2013@gmail.com MDhO/MCO: 17/10/2023 MARII MAATII MIIDIYAA DHADDACHA OROMOO MDhO/MCO: 17/10/2023 MARII MAATII MIIDIYAA DHADDACHA OROMOO Waliin dhimma Waaraana OROMIYAA keessatti deemaa jiruu fi Beela nam-tolcheen uummata keenya dhumaataa jiruuf nuti maal gochuu dandeenya? Support the Show.By CHALA ABATE
  continue reading
 
aanaa2013@gmail.com Irreecha (also called Irreessa or Dhibaayyuu), is a Thanksgiving holiday celebrating the end of the winter in the Oromia Region, Ethiopia. The Oromo people celebrate Irreecha to thank Waaqa (God) for the blessings and mercies they have received throughout the previous year. The Irreecha festival is celebrated every year at the b…
  continue reading
 
aanaa2013@gmail.com #Burreekoo! Burree koo yaa haadha Daalee, yaa haadha Boorri fi Sooree, Burruus si tiksuuf du’aa, Daaleen si hodhuuf gu’a, Boorriin roorroo kee jibbaa, Sooree fi magaaltu , sirratti wal dhiibaa Akkuma bifa kee, bubburree lafa guuttee, Akkuma amala kee, cucurree guddiftee, Kan jabaattee sin boqachiifnee, kan laaffattees, sinjibbaa…
  continue reading
 
aanaa2013@gmail.com MDhO: Adoolessa /2023 Maaltu deddeemaa jiraa? MDhO: Adoolessa /2023 Maaltu deddeemaa jiraa? jedhu jalatti rogeessaa fi qopheessaa miidiyaa Waadaa kan tahe Dave Abdiwaaq waliin marii qabxiilee armaan gadii irratti taasifna. 1.Callisaa fi waca Diyaasporaa hiika malee fi kan hiikoo qabu… 2. Qophiilee adda addaa Diyaasporaan qophees…
  continue reading
 
aanaa2013@gmail.com Sad News The mother of the Oromo community and the umbrella of the Oromo community in #Sweden. Ad Nuure passed away recently after a long illness. Ad Nuuree represented or took duty in the Swedish Community during the worst times in Oromia, during the FDG and student movement in OROMIA especially from 2000-2018, to visit prisons…
  continue reading
 
aanaa2013@gmail.com Walaloo dheeraa kana bara #2013 barreesse. Waggaa 10 guute. KARAAN KEE MARGA HIN BAASU! Karaan miilaa xiqqoon, isheen irra bobbaate daamotiin qabaattee, ittiin guca nuu taate, dukkana roobarraa, gaafas calaqqistee Dimimmisa jabaa, kan caaltee hangaate dachiin dhiphattee,ati futtaaftee hiiktee Daandii manii borii , kan haqaaraf y…
  continue reading
 
Loading …

Quick Reference Guide